Overblog
Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

odeeffaannoo

Mana Hidhaa Keessatti Rakkadhee Namas Rakkisuu Mannaa Du’u Naa Wayya :Obbo Qanaasaa Raggaasaa

February 9 2018 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Published on #odeeffaannoo

Namoonni mana hidhaa Qilixoo keessatti dhukkubsatanii wal’ansa fayyaaargachuuf jecha dhaddacha mana murtii duratti wawwaatan arguun waan baratamaa dhufe ta’e jira. Godiina Wallaggaa bahaa magaalaa sibuu siree irraa waggaa lama dura kan qabaman Barsiisaa...

Read more

BY: Tolcha Wegi : Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjootii Kabinootni Humna warrana Wayyaanneetin Jiraattoota, Barattoota Irraatti Tarkanfi Fudhataan

May 16 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Published on #Gooticha Waayyaanee salphise, #Iyaaffannoo, #Wal Haa Hubannuu !!!!, #odeeffaannoo

Yeroo ammaa waraani golleesituu Wayyanee "Fedeerala fii Kora bittineessaa" jechun kan beekamu itti bobb asudhan dargagoota fii jirattoota magalaa jalduu haalan dararaa Jiru.Guyyoota Sadeen darban kana keessa haalkan mana seenanii gurudhaan ijoollee 200...

Read more

Qabsa'oota Oromummaa isaanin Midhamaan Gargaruun Qabsoof Jabina ta'a.

May 6 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Published on #odeeffaannoo

Fiseha Birassa Ayana (Fissahaa Birraasaa Ayyaanaa) ykn Falmataa Roorroo enyuu? Obbo Fissahaa Birraasaa Ayyaanaa Enyuu? Essati dhalatee gudatee ? Qabsoo atamii keessa turte? ga'een ykn hirmana fi gummacha qabsoo Oromoo keessati gootee?, diirqama atami...

Read more