Overblog
Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

Tumsi Beektoota Oromoo Garbummaa dheerate Gababsuuf Murteessadha.

June 26 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Garbummaan Dheerate Bilisumaan Ijaa taate maalifi? Yeroo dheeradhaaf uummaannii qabsoo mootummaata Itiyoophiyaa dhufa darbaan waliin qabsoo gaggeessuun isaa wal nama hin gaafachisu. Haa tahuu malee erga bara 1963 waldaan macaaf Tulamaa hundeeffame as...

Read more

Yunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Dr. Daani’eel Gizaachoo jedhamu du’ee argamuun himame.

June 8 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Yunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Dr. Daani’eel Gizaachoo jedhamu du’ee argamuun himame. OMN:Oduu Waxb. 07,2016 Yuunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Muummee barnoota fayyaa kan ta’e Dr. Daani’eel Gizaachoo addunyaa kana irraa du’aan boqote.Du’a Dr.Daani’eel...

Read more

Jawaar Mohammed: Mootummaan Gaaffii Dhiheessineef Deebii Gahaa Kennuu Yoo Dide Tarikaanfii Itti-aanee Fudhannuun Kasaaraa Isa Mudatuuf Itti Gaatamaan Isuma

June 6 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

WASHINGTON, DC — Qormaatni biyyoolessaa Itiyoophiyaa hatamuu isaatii fi qormaatawwan barnoota lamaa fi baasiileen isaanii miidiyaalee hawaasummaan facaasamuu isaa irraa kan ka’e haqamuu isaa fi yeroon qoramaataa haaraan, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti...

Read more

Published from Overblog

May 31 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Sabboonummaafi Oromummaa Oromummaan dhigaanidha. Namnii Oromoo ta’ee tokko maatin isaa Oromoo irra yoo dhalateedha. Oromummaa eenyumtu nama irra mulquu ykn kaasu hin danda’u. Namnii tokko jaallates jibbees Oromummaa isaa jijjiirruu hin danda’u. Sabboonummaan...

Read more