gooticha waayyaanee salphise
BY: Tolcha Wegi : Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjootii Kabinootni Humna warrana Wayyaanneetin Jiraattoota, Barattoota Irraatti Tarkanfi Fudhataan
Yeroo ammaa waraani golleesituu Wayyanee "Fedeerala fii Kora bittineessaa" jechun kan beekamu itti bobb asudhan dargagoota fii jirattoota magalaa jalduu haalan dararaa Jiru.Guyyoota Sadeen darban kana keessa haalkan mana seenanii gurudhaan ijoollee 200...
Atileettiin Beekama Faayyisaa xumura Figichaa irratti Mormii Fincila xumura Garbummaa Agarsise Ummataa Oromoo Bonse Waayyaanee Salphisee
Atilet Feyyisaa Lalisaa fiigicha maaraatooni Rio 2016 irratti sadarkaa lammaffaa bahee jira. Akkasumaas xumura irratti mallattoo fincila Fincilaa xumura garbummaa agarsisuun hirmanaa qabsoo keessa qabu agarsisee jira. Dabalataan dhamsi gamaa kanaan wal...