Overblog
Edit post Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa Humnii Warranna Wamichaa malee Ummata Oromoo Irratti Tarkaanfi Ajjeecha Rawwaachuu Isaa Ibsee.

December 13 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

      


Pirezidaantiin MN Oromiyaa Lammaa Magarsaa humni Agaazii hayyama MNO maletti Oromiyaa keessa socho'aa ummata nagaa ajjeesaara jedhan. Tankaarfiin humni Agaazii Oromoo irratti fudhataa jiru gocha yakkaati ta'uu isaas ibseera. Poolsiin Oromiyaa ummata ajjeechaa Agaazii irraa akka ittisuufis waamicha dhiyeessee jira

Share this post
Repost0
To be informed of the latest articles, subscribe: