Overblog
Edit post Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

Oduu Gadaa: Gaazexeessaan Afaan Oromoo Jalqabaa Kumaa Ida'ee Addunya Irra Boqotaan.

October 6 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Oduu Gadaa: Gaazexeessaan Afaan Oromoo Jalqabaa Kumaa Ida'ee Addunya Irra Boqotaan.

Gaazexeessaan Afaan Oromoo Jalqabaa Kumaa Ida'ee Har'a Addunyaarraa Du'aan Boqotan.
Gaazexeessaa Kumaan Nama Bara Afaan Oromoon Waa Jechuun Qaanii Itti ta'e sana keessa, Waahillan isaa biroo lama walumatti sadi ta'anii Raadiyoo Afaan Oromoo Harar Irraa tamsaasni eegale nama jalaqabaaf bu'uurressani.
!

Share this post
Repost0
To be informed of the latest articles, subscribe:
Comment on this post