Overblog
Edit post Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

Dubartiin Magaalaa Finfinnee tokkoo Daa'imma Ja'a Al tokkootti Godhate.

August 28 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Dubartiin Magaalaa Finfinnee tokkoo Daa'imma Ja'a Al tokkootti Godhate.

iraattun magaalaa Finfinnee daa’imman 6 deesse.
Haati daa’imman 6n deesse tun umriin ishee 30. Hordoffii ulfaa ji’a 1f Hoospitaala Speeshaalaayizd Xiquur Anbassaatti taasisaa turte. Sanaan dura ammoo gara biraatti.
Daa’imman erga takkaa dhalatan kanneen 3 dubartii, 3 ammoo dhiira. Daa’imman kun ulfaatinni isaanii giraama 700 – 975ti. Yeroo ulfaa; torbee 30 keessatti dhalatan.Hundi isaanituu rakkoo fayyaa akka hin qabne kan himan Dooktar Yirguu G/hiywat, amma jajjabaatanitti kutaa ho’aa turu jedhan.Tajaajila ooksijiiniis argachaa akka jiru eeraniiru.
Baqassanii yaaludhaan al takkatti haadha ijoollee 6 taate.

Share this post
Repost0
To be informed of the latest articles, subscribe:
Comment on this post