Top posts
-
Waa Danda'uun Kenna moo Barnootani?
Ganda Warra Waa Danda'uu Koota maala Himadhaa? Waa danda'uu Namicha tokko ture jedhama.Namichi kun maaqa dhaloota malee kan naannoon ittin beeku qaba. Waa danda'uu ittiin jedhu. Akkumaa maqaa isaa obsa qaba namoota wal dhabdee qaban ararsuudhaf ,dhugaa...
-
OROMUMMAA NAMNI NAMAA HINLAATU-Seenaa Solomon’rraa
OROMUMMAA NAMNI NAMAA HINLAATU-Seenaa Solomon’rraa Abdii hin kutadhu akkamiin kutadhaa Dirqama enyummaa ba’aa sabaan baadha Imaanaa haadha koof Imaanaa Abbaakoo Galmaan ga’uf demaa cinaa dhabus hirko Lammiin qabsa’uf sun hanga humna kooti Dugda natii...
-
Libya: ISIS Executes 16 Ethiopian Christians, Again
Libya: ISIS Executes 16 Ethiopian Christians, Again Home › World › Africa › Horn of Africa › Ethiopia › Libya: ISIS Executes 16 Ethiopian Christians, Again Libya: ISIS Executes 16 Ethiopian Christians, Again BARBARIC. An image grab taken from a video...
-
Breking_News : Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa angoo Gadi dhisuuf xalayaa maalif galfaatanii?
Abbaa Duulaa Gammadaa Breking_news : Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa angoo Gadi dhisuuf xalayaa maalif galfaatanii? By Raabbiirraa on October 7, 2017 | Edit Afa Yaa’iin Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa Itiyoophiyaa(FDRE), Hundeessaan Dh.D.U.O. fi Pirazidaantiin...
-
Godaantonni Liibiyaa dha ka'an, kumaan lakkaawwaman doonii gara 20 keessatti fe'amanii deemaa turan dhabbata miti mootummaa Prooaktiiviyaa Opiin Aarmis ( Proactiva Open Arms) jedhamuun balaa doonii irraa bararaman. Dhabbanni kun goodaantota bishaaniin nyaatamuu irraa oolche kanagara qaama waardiyyoota qarqara galaana Xaaliyaanitti dabarseera.
43 mins · Godaantonni Liibiyaa dha ka'an, kumaan lakkaawwaman doonii gara 20 keessatti fe'amanii deemaa turan dhabbata miti mootummaa Prooaktiiviyaa Opiin Aarmis ( Proactiva Open Arms) jedhamuun balaa doonii irraa bararaman. Dhabbanni kun goodaantota...
-
#OromoRevolution#Abbaa Gadaa duraanii Nagaasaa Nagawoo ilaalchisee nuu dhaqqabe#Share godhaa#Dubbisaa#
Akka Aadaa keenyaa fi akkaataa wal harkaa fuudhiinsa aangoo Sirna Gadaa Oromootti Abbaan Gadaa Oromoo tokko madaallii Sirna Gadaa keenyaa guutee yoo argame qofa ummataan filatama ! Fakkeenyaaf namni Abbaa Gadaa ta'uuf malu tokko yoo xiqqaatee xiqqaate...
-
Kan Paartiilee Mormitootaa Hedduu Hirmaachise Korri London Keessatti Geggeessame, Koree Hojii Gamtaa Qindeessu Dhaabbachuun Xumurame
Kan Paartiilee Mormitootaa Hedduu Hirmaachise Korri London Keessatti Geggeessame, Koree Hojii Gamtaa Qindeessu Dhaabbachuun Xumurame WAASHINGITAN, DIISII — Gamtaa dhaabota mormitootaa, Kan Gamtaa Bilisummaa fi Dimookiraasii Uummatootaa yokaan PAFD jedhamuun...
-
BY: Tolcha Wegi : Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjootii Kabinootni Humna warrana Wayyaanneetin Jiraattoota, Barattoota Irraatti Tarkanfi Fudhataan
Yeroo ammaa waraani golleesituu Wayyanee "Fedeerala fii Kora bittineessaa" jechun kan beekamu itti bobb asudhan dargagoota fii jirattoota magalaa jalduu haalan dararaa Jiru.Guyyoota Sadeen darban kana keessa haalkan mana seenanii gurudhaan ijoollee 200...
-
Magaarsaa Dirribsaa Mootummaa Waayyaanneen Ukamsamee Iddoo Buuten Dhabame
Dargaggoon magaarsaa godinaa shawaa lixaa Aanaa Jalduu Gandaa Koluu keessaatti dhalate. Dargaggoon kun namaa eenyumaa isaaf falmuufi quqqama lammii isaati qabuudha. Barnoota isaa ergaa xumuree bankii Awaash Inteernatiol finfinnee damee Shoolati hojechaa...
-
Namnii gaafa iyyoole gura duddee iyyoole jecha Haafa Hiriirri waamamaa jiru beekamtii hin qabu jedhu Obboo Muktaar!
Hiriirri waamamaa jiru beekamtii hin qabu- Preezdaant Muktaar Finfinnee, Adoolessa 28,2008(FBC) - Waamichi maqaa hiriira nagayaatin taasifamaa jiru beekamtii kan hin qabne ta’uu mootummaan naannoo Oromiyaa ibse. туристический онлайн-справочник Лучшие...
-
XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF
XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF – XALAYAA HAADHAF 0 COMMENT XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF Haadha Koo Ishee Awwaala Jirtuuf ~ Odaa Gurree-tiin Haa ga’u nagaan koo kan haadhaa fi ilmummaa qilleensa addaan kutee, tulluu...
-
Yunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Dr. Daani’eel Gizaachoo jedhamu du’ee argamuun himame.
Yunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Dr. Daani’eel Gizaachoo jedhamu du’ee argamuun himame. OMN:Oduu Waxb. 07,2016 Yuunivarsitii Jimmaatti Kadhimamaa Muummee barnoota fayyaa kan ta’e Dr. Daani’eel Gizaachoo addunyaa kana irraa du’aan boqote.Du’a Dr.Daani’eel...
-
Erga Dhaloota Qubee: Beektoota Oromoof, Artistoota Oromoof, Gaazeexessitoota Oromoof, Qabsa'oota Oromoof, QeerroooOromoof, Kanneen Uummataaf dhamataan Hundaaf:
Hubachiisa Gabaabaa Oromoota biyya hambaa jirtan maraaf keessumaa artivistootaa fi gaazexeesitoota dhimma ummata oromoo irratti hojjettan maraaf :- Ummati Oromoo yeroo kana dheebuun isaa tokkoof tokko; innis birmadummaa biyya isaati. kanaaf, artistotni,,...
-
Published from Overblog
VOA. Lola ABO fi Waraana Itiyoopiyaa bilisummaa June 2, 2015 Jaallannee Gammadaa WASHINGTON DC—Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi adda bilisummaa Oromoo gidduutti wal waraansi geggeeffamuu isaa...
-
Ummata Oromoo Guutuu Addunya Irratti argamtaan Hundii keessan Baga Ayyaana Irreessan Sin Ga'e!
Baga Ayyaana Irreessaan Nu Gahe! Kabajamtoota Ilmaan Oromoo, dargaggoota, shammarraan, abboottiifi harmoolliin guutuu addunya irratti ayyaana irreessa kabajataan hundumaaf Akkasumaas biyya keessatti qabsoo haadhoftu gaggeessa ayyaannicha kabajachuuf Horaa...
-
Ibsa Walgahii Koree Hojii Raawachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
Ibsa Walgahii Koree Hojii Raawachiiftuu Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Posted by MADDA WALAABUU PRESS on 9/13/2016 Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) KHR–ABO walgahii isaa dhaabbataa Fulbaana 1 irraa kaasee hanga Fulbaana 11, bara 2016tti gaggeeffachuun, gabaasaa...
-
Oduu Gadaa: Gaazexeessaan Afaan Oromoo Jalqabaa Kumaa Ida'ee Addunya Irra Boqotaan.
Gaazexeessaan Afaan Oromoo Jalqabaa Kumaa Ida'ee Har'a Addunyaarraa Du'aan Boqotan. Gaazexeessaa Kumaan Nama Bara Afaan Oromoon Waa Jechuun Qaanii Itti ta'e sana keessa, Waahillan isaa biroo lama walumatti sadi ta'anii Raadiyoo Afaan Oromoo Harar Irraa...
-
Kaayyoo Malee,fakkaatti ofi malee utaalun salphinnaa
Oduu Durii Dakiyyeefi Raaca Bar tokko Raacafi Dakiyyeetu hirriyyaa turaani. Raacci kun sababii bishaanifi bolaa keessa jiraatuf jecha of tulumaa isaa dakiyyeetti hima. Olmaa dakiyyee him beeku waan taheef amumaa beeku dubbaata. Guyya tokko tokko immoo...
-
Baga Ayyaana Irreessa Bara 2016 Isiin Gahee!
Via Beknan Rabira. . #OromoProtests #Abbootii_Gadaa _Oromoof. Duraan dursee baga ayyaana guddaaf kabajamaa Oromoo Ayyaana Irreechaan isin gahe. Akkuma beekamu Oromoon seeraaf heera gadaa qaba. Gadaan seeraaf heera qaba. Abbootiin Gadaa Oromoos seera kanaan...
-
BARA DUUTI OROMOOOF DHIYAANA GUYYUU TAHE
BARA DUUTI OROMOOOF DHIYAANA GUYYUU TAHE Taammanaa Bitimaa irraa Kunoo, erga Fincilli Diddaa Gabrummaa inni otoo walirraa hin cintin, ji’oota sagal guutuu lakkoofsifate kun amma caalayyuu jabatee itti-fufee jira. Fincilli baranaa kun gaafa 12. 11. 15...
-
Published from Overblog
Mormii Uummataa Yeroo Dheeraatii Booda Oromiyaan Amma Maal Keessa Jirti Mormii Uummataa Yeroo Dheeraatii Booda Oromiyaan Amma Maal Keessa Jirti Caamsaa 17, 2016 Jaallannee Gammadaa Kaartaa naannoo Oromiyaa agarsiisu Qoodi Yaadawwan Ilaali WASHINGTON,...
-
Dubartiin Magaalaa Finfinnee tokkoo Daa'imma Ja'a Al tokkootti Godhate.
iraattun magaalaa Finfinnee daa’imman 6 deesse. Haati daa’imman 6n deesse tun umriin ishee 30. Hordoffii ulfaa ji’a 1f Hoospitaala Speeshaalaayizd Xiquur Anbassaatti taasisaa turte. Sanaan dura ammoo gara biraatti. Daa’imman erga takkaa dhalatan kanneen...
-
Tumsii Ilmaan Oromoo Kallatti Hundaan Taasisan Hawwii Bilisummaa Uummata Keenya Ni gonfachisa.
Akkuma kara fulaa websaayiti kana"Erga Dhaloota Qubee: Beektoota Oromoof, Artistoota Oromoof, Gaazeexessitoota Oromoof, Qabsa'oota Oromoof, Qeerrooo Oromoof, Kanneen Uummataaf dhamataan Hundaaf:" jenne dhamsaa isiinif dhamne ture. Dhamsa kana fudhachuun...
-
Tumsi Beektoota Oromoo Garbummaa dheerate Gababsuuf Murteessadha.
Garbummaan Dheerate Bilisumaan Ijaa taate maalifi? Yeroo dheeradhaaf uummaannii qabsoo mootummaata Itiyoophiyaa dhufa darbaan waliin qabsoo gaggeessuun isaa wal nama hin gaafachisu. Haa tahuu malee erga bara 1963 waldaan macaaf Tulamaa hundeeffame as...
-
Jawaar Mohammed: Mootummaan Gaaffii Dhiheessineef Deebii Gahaa Kennuu Yoo Dide Tarikaanfii Itti-aanee Fudhannuun Kasaaraa Isa Mudatuuf Itti Gaatamaan Isuma
WASHINGTON, DC — Qormaatni biyyoolessaa Itiyoophiyaa hatamuu isaatii fi qormaatawwan barnoota lamaa fi baasiileen isaanii miidiyaalee hawaasummaan facaasamuu isaa irraa kan ka’e haqamuu isaa fi yeroon qoramaataa haaraan, akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti...
/image%2F2049594%2F20161120%2Fob_b2c4b0_14600914-1080543338732653-898883244540.jpg)