Top posts
-
Fincillii XumuraGabrummaa Kolleejjii Barsiisoota Naqamteefi Jiratoota Naannoon Itti Fufee Jira
Caamsaa 27, 2016 Fincilli xumura garbummaa guyyaa har'aan kana Kolleejjii Barsiisotaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti daran jabaatee itti fufee jira.Fincilli kun kan jalqabe mooraa kolleejjichaa keessatti yemuu ta'u fincilli kun baballachuun irraan...
-
Qabsa'oota Oromummaa isaanin Midhamaan Gargaruun Qabsoof Jabina ta'a.
Fiseha Birassa Ayana (Fissahaa Birraasaa Ayyaanaa) ykn Falmataa Roorroo enyuu? Obbo Fissahaa Birraasaa Ayyaanaa Enyuu? Essati dhalatee gudatee ? Qabsoo atamii keessa turte? ga'een ykn hirmana fi gummacha qabsoo Oromoo keessati gootee?, diirqama atami...
-
Mana Hidhaa Keessatti Rakkadhee Namas Rakkisuu Mannaa Du’u Naa Wayya :Obbo Qanaasaa Raggaasaa
Namoonni mana hidhaa Qilixoo keessatti dhukkubsatanii wal’ansa fayyaaargachuuf jecha dhaddacha mana murtii duratti wawwaatan arguun waan baratamaa dhufe ta’e jira. Godiina Wallaggaa bahaa magaalaa sibuu siree irraa waggaa lama dura kan qabaman Barsiisaa...
-
Tasfayee Guddataa Yakka Tokkoo Malee Mana Hidhaa Amboo keessatti Dararamaa kan Turee Hikamee
Dargaggoo Tasfayee Guddeeta hojjetaa dhunfa isaa magaalaa Shukkuutee kan ta'e sababaa tokkoo maalee qabamaani hidhamuun mana sirreessa Amboo keessaatti dararfaama kan turaan hikaaman. Dargaggoon kun odeeffannoo adda adda kennite , mallaqaa keetiin barattoota...
-
Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa
March 1 2019 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru....
-
Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa
Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru. Sabaab waldhabuun mooraa yuuniversitoota...
-
በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ የተነሳው ብጥብጥ ወደ ሌሎች አካባቢዎች እየተስፋፋ ነው
በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ የተነሳው ብጥብጥ ወደ ሌሎች አካባቢዎች እየተስፋፋ ነው 4 August 2018 በጋዜጣዉ ሪፓርተር ቅዳሜ ሐምሌ 28 ቀን 2010 ዓ.ም. በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ ከተማ የተከሰተው ሁከትና ብጥብጥ ወደ ሌሎች የክልሉ ከተሞች እየተስፋፋ መሆኑ ታወቀ፡፡ የሪፖርተር ምንጮች ከስፍራው እንዳስታወቁት፣ የክልሉ ተወላጆች ከሌላ ስፍራ የመጡ ግለሰቦችን በመለየት እያጠቁ ሲሆን፣ ንብረቶች እየተዘረፉና...
-
Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira.
Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira. Raayyaan ittisa biyyaa...
-
Ministira muummee Dr. Abiy Ahimad,irraa maaltu eegamaa?
Jalqabaa irraatti gaaffilee uummanni Oromoo waggoota hedduuf kaasaa jiru sagantaa keessa galfachuun uummataa, paartilee siyaasaafi qaamoota adda addaa waliin mariisisuun walitti fiduu yoo danda'e haala rakkoo Oromiyaafi Itiyoophiyaaf nagaa argamsiisu...
-
Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate.
Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate. on March 13, 2018 105 Shares Share Tweet Pin Email Gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun Bitootessa 12,2018 Moyyaleetti...
-
Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa
Afaan Oromoo, Afaan Amaaratti dabalataan Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta'u nan qabsaa'a jechuun ibsi DHDUO xumura walgahii koree gidduu galeessa isaarratti baasee namoota garagaraatiin akka murtee gaariitti leellifamaa jira. Jiraataa magaalaa...
-
By: Tolcha Wegi: Waayyaaneefi Dargaggoota Amboo April 1991.
Wayyaanee fii Dargaggoota Amboo April 1991. -------------------------- -------------------------- ------------ Bara 1991 Wayyaneen biyya Amaraa Goojjaam akkuma qabatteen karaa Buree as cetee , kutaa wallaggaa keessa seenudhan oloolaa " Duula Blisummaa...
-
Abdataa Rabbii Sayyidaa: Haala Hundeeffama Caayaa Tokkumma Baqattoota Oromoo Biyya Masiriif Sababni Maalii?
HUNDEEFFAMUU CAAYAA TOKKUMMAA BAQATTOOTA OROMOO BIYYA MASRII SABABNI MAALI? Barreeffama kana qalbiidhaan jalqabaa hamma dhumatti dubbisaa!!!! Rakkoo kanarraa barachuun waan hunda akka sirraahu Abdii kooti!! Bara 2010 dhumarratti akka Anaa fi hiriyoonni...
-
Seena Gooticha Oromoo Garasuu Dhukii
Seenaa Geresu Dhuki Garasuu Dhukii abbaa isaa Obbo Dhukii Gulummaafi haadha isaa Aaddee Warqee Elemoorraa Caamsaa 27, 1905 dhalate. Bakki dhaloota isaas karaa Jimmaarraa magaalaa Walisoo cinaatti kan argamu naannoo Maaruu jedhamutti. Garasuun umrii isaa...
-
Dhalli nama Akkuma Fulaa Isaa Yaadni isaa gargarumma Qabaa. "Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed"
Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed.(Maaliin walfakkaatu, Maaliinis Gargar Ba'u)=========Taajjabbii Dhuunfaa Kutaa 1ffaa= = == = = = = = = =Maal Maalfaan Walfakkaatu?=== = = = = == 1. Lamaanuu Sabboontota Oromooti; jireenya isaanii irra caalaa waan Oromoofi...
-
Nama Fakkataani Jirachuu Irra Of Ta'aani Jirachuun Filannoo Kan Hin Qabneedha.
Oduu Durii yeroo tokko Hantuutaafi Rachaatu hiriyyaa dhugaa turaan. Wal jaallachuu irra kan ka'e hantuutni boola qotee Rachii akka keessa jiraatuf kennite jedhama. Wal jireenya dheera keessa Hantuutni mana jireenya ishee dawwachisaa turte. Akkuma kana...
-
Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa Humnii Warranna Wamichaa malee Ummata Oromoo Irratti Tarkaanfi Ajjeecha Rawwaachuu Isaa Ibsee.
Pirezidaantiin MN Oromiyaa Lammaa Magarsaa humni Agaazii hayyama MNO maletti Oromiyaa keessa socho'aa ummata nagaa ajjeesaara jedhan. Tankaarfiin humni Agaazii Oromoo irratti fudhataa jiru gocha yakkaati ta'uu isaas ibseera. Poolsiin Oromiyaa ummata ajjeechaa...
-
Obboo Olbaanaa Lelisaa Eenyuu? Waggaa Meeqaf Mana hidhaa Keessatti Dararamaanii?
Uummanni Oromoo fi maatiin Obbo Olbaanaa Lelisaa baga gammaddan!! Aarsaan Obbo Olbaanaan kaffalan Dr # Mararaatti aanee kan Olbaanaa Leellisaa dursu hin jiru. Paartii ONC fi WFDO tokkomsuu keessatti gahee guddaa qabu. OFCf lafee dugdaa turan. Obbo Olbaanaan...
-
Seenaa Gooticha Ajjjama Irkoo Bultooto Godinaa Shawaa Lxaa Aanaa Jalduu
Barreessaan Tolcha Wegitti https://www.facebook.com/tolcha.wegi "Kan humina qabu,nama dhaneet booyicha nama dhoowwa"jechi jedhu mamaakisa Oromoot. Dhugaadha ,kalleessas ,ammaas kan Qawwee qabu nama ajjeseeti fiira, haadha obbolaa, abbaa ,.ilma booyicha...
-
Published from Overblog
Sabboonummaafi Oromummaa Oromummaan dhigaanidha. Namnii Oromoo ta’ee tokko maatin isaa Oromoo irra yoo dhalateedha. Oromummaa eenyumtu nama irra mulquu ykn kaasu hin danda’u. Namnii tokko jaallates jibbees Oromummaa isaa jijjiirruu hin danda’u. Sabboonummaan...
-
Atileettiin Beekama Faayyisaa xumura Figichaa irratti Mormii Fincila xumura Garbummaa Agarsise Ummataa Oromoo Bonse Waayyaanee Salphisee
Atilet Feyyisaa Lalisaa fiigicha maaraatooni Rio 2016 irratti sadarkaa lammaffaa bahee jira. Akkasumaas xumura irratti mallattoo fincila Fincilaa xumura garbummaa agarsisuun hirmanaa qabsoo keessa qabu agarsisee jira. Dabalataan dhamsi gamaa kanaan wal...
-
Kan Bakakkaan Nu Godhee Moo Kan Bagaan Nama Nuu Godhee Dubbana?
Kan Bakakkaan Godheera Isaa Baga Nama Nuu Godhe Badi bakakkaan buusef namnii kamiyyuu isaa baga jedha.Gaafi gudda kan naati ta’ee midhamaa ilmaan oromoo xiqqa hanga guddaatti harka dinnan midhamaanif namni Oromoo ta’e dinnaaf dhigaa kennee dhimma koo...
-
Qabsoo godhamaan Jiruun Milkiin Kan Argamu Kutannoodhaan Qabsa'uudha.
#FreeOromia- Ummati Oromoo qabsoo haga yoonaa gaggeesseen waantota itti milkaa'e hedduu qaba. Milkiileen kunneen garuu diina keessaa fi alaa kutannoon irra aanuun malee akka salphaatti kanneen argaman miti. Injifannooleen haga yoonaatti argaman kunneen...
-
Hidhaa waggaa 8 boodas Shamarree Caaltuu Taakkalaa mana hidhaa hin lakkifamiin jirti.
Hidhaa waggaa 8 boodas Shamarree Caaltuu Taakkalaa mana hidhaa hin lakkifamiin jirti. Shamarree Caaltuu Takkaalee yuuniversitii Finfinnee siddisti kiiloo osoo baracha jirtu, miseensa ABO jedhamuun, mana hidhaa Maa’ekalaweii keessatti waggaa saddeetiif...
-
Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa’tiin: Dhukkuba Toonsilii
Dhukkuba Toonsilii (Tonsillitis) Toonsiliin qaama keenyaa keessaa waan akka gumaa foonii ulaa qoonqoo keenyaa keessatti argamu yoo ta’u, xuraawaa fi jarmoonni garaa garaa akka gara ujummoo qilleensaa keenyaatti hin seenne kan calaalee qabee (trap) godhee...
/image%2F2049594%2F20161120%2Fob_b2c4b0_14600914-1080543338732653-898883244540.jpg)