Overblog All blogs Top blogs Marketing & Social Media
Follow this blog Administration + Create my blog
MENU
Advertising
Raabbiirraa Oromiyaa
Recent posts

Mana Hidhaa Keessatti Rakkadhee Namas Rakkisuu Mannaa Du’u Naa Wayya :Obbo Qanaasaa Raggaasaa

February 9 2018 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Published on #odeeffaannoo

Namoonni mana hidhaa Qilixoo keessatti dhukkubsatanii wal’ansa fayyaaargachuuf jecha dhaddacha mana murtii duratti wawwaatan arguun waan baratamaa dhufe ta’e jira. Godiina Wallaggaa bahaa magaalaa sibuu siree irraa waggaa lama dura kan qabaman Barsiisaa...

Read more
Advertising

Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa Humnii Warranna Wamichaa malee Ummata Oromoo Irratti Tarkaanfi Ajjeecha Rawwaachuu Isaa Ibsee.

December 13 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Pirezidaantiin MN Oromiyaa Lammaa Magarsaa humni Agaazii hayyama MNO maletti Oromiyaa keessa socho'aa ummata nagaa ajjeesaara jedhan. Tankaarfiin humni Agaazii Oromoo irratti fudhataa jiru gocha yakkaati ta'uu isaas ibseera. Poolsiin Oromiyaa ummata ajjeechaa...

Read more

Published from Overblog

December 13 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Raabbiirraa Abdiin Qaba is on Facebook. Join Facebook to connect with Raabbiirraa Abdiin Qaba and others you may know. Facebook gives people the power to share and makes the world more open and...

Read more

Breking_News : Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa angoo Gadi dhisuuf xalayaa maalif galfaatanii?

October 7 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Abbaa Duulaa Gammadaa Breking_news : Obboo Abbaa Duulaa Gammadaa angoo Gadi dhisuuf xalayaa maalif galfaatanii? By Raabbiirraa on October 7, 2017 | Edit Afa Yaa’iin Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa Itiyoophiyaa(FDRE), Hundeessaan Dh.D.U.O. fi Pirazidaantiin...

Read more
Advertising

BY: Tolcha Wegi : Godinaa Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu Magaalaa Goojjootii Kabinootni Humna warrana Wayyaanneetin Jiraattoota, Barattoota Irraatti Tarkanfi Fudhataan

May 16 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Published on #Gooticha Waayyaanee salphise, #Iyaaffannoo, #Wal Haa Hubannuu !!!!, #odeeffaannoo

Yeroo ammaa waraani golleesituu Wayyanee "Fedeerala fii Kora bittineessaa" jechun kan beekamu itti bobb asudhan dargagoota fii jirattoota magalaa jalduu haalan dararaa Jiru.Guyyoota Sadeen darban kana keessa haalkan mana seenanii gurudhaan ijoollee 200...

Read more

Seena Gooticha Oromoo Garasuu Dhukii

May 3 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Seenaa Geresu Dhuki Garasuu Dhukii abbaa isaa Obbo Dhukii Gulummaafi haadha isaa Aaddee Warqee Elemoorraa Caamsaa 27, 1905 dhalate. Bakki dhaloota isaas karaa Jimmaarraa magaalaa Walisoo cinaatti kan argamu naannoo Maaruu jedhamutti. Garasuun umrii isaa...

Read more

Dhalli nama Akkuma Fulaa Isaa Yaadni isaa gargarumma Qabaa. "Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed"

May 2 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Solomon Ungushe Vs Jawar Mohammed.(Maaliin walfakkaatu, Maaliinis Gargar Ba'u)=========Taajjabbii Dhuunfaa Kutaa 1ffaa= = == = = = = = = =Maal Maalfaan Walfakkaatu?=== = = = = == 1. Lamaanuu Sabboontota Oromooti; jireenya isaanii irra caalaa waan Oromoofi...

Read more

Uummata Oromoo Keessattti Sabonumma Akkamittin jabeessuun Danda’amaa?

March 28 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Sabonummaa uummata oromoo keessatti jabeessuun baayee barbaachisadha. Sabonummaan kun Karalee adda addaan adeemsifama ture . Qabsoonis godhamee lubbuun beektotaafi Gootota hedduu darbeera. Isaan haa bu’uureessaan malee nuti immoo dhaloota amaa akkamittin...

Read more
Advertising

Nama Fakkataani Jirachuu Irra Of Ta'aani Jirachuun Filannoo Kan Hin Qabneedha.

March 11 2017 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Oduu Durii yeroo tokko Hantuutaafi Rachaatu hiriyyaa dhugaa turaan. Wal jaallachuu irra kan ka'e hantuutni boola qotee Rachii akka keessa jiraatuf kennite jedhama. Wal jireenya dheera keessa Hantuutni mana jireenya ishee dawwachisaa turte. Akkuma kana...

Read more

Tasfayee Guddataa Yakka Tokkoo Malee Mana Hidhaa Amboo keessatti Dararamaa kan Turee Hikamee

December 22 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Dargaggoo Tasfayee Guddeeta hojjetaa dhunfa isaa magaalaa Shukkuutee kan ta'e sababaa tokkoo maalee qabamaani hidhamuun mana sirreessa Amboo keessaatti dararfaama kan turaan hikaaman. Dargaggoon kun odeeffannoo adda adda kennite , mallaqaa keetiin barattoota...

Read more
<< < 1 2 3 4 5 6 > >>