Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa
March 1 2019 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru....
Warraaqsa Barattoota Itoophiyaa Kan Durii fi Ammaa
Waggoota darban muraasa keessa barattoonni yunivarsitoota Itoophiyaa adda addaa keessatti argaman mormii siyaasaa fi sochiilee bal'aa gaggeessa turaniiru. Barattoonni itti cichanii sagalee uumatasaanii dhageesisaniiru. Sabaab waldhabuun mooraa yuuniversitoota...
በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ የተነሳው ብጥብጥ ወደ ሌሎች አካባቢዎች እየተስፋፋ ነው
በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ የተነሳው ብጥብጥ ወደ ሌሎች አካባቢዎች እየተስፋፋ ነው 4 August 2018 በጋዜጣዉ ሪፓርተር ቅዳሜ ሐምሌ 28 ቀን 2010 ዓ.ም. በሶማሌ ክልል ጅግጅጋ ከተማ የተከሰተው ሁከትና ብጥብጥ ወደ ሌሎች የክልሉ ከተሞች እየተስፋፋ መሆኑ ታወቀ፡፡ የሪፖርተር ምንጮች ከስፍራው እንዳስታወቁት፣ የክልሉ ተወላጆች ከሌላ ስፍራ የመጡ ግለሰቦችን በመለየት እያጠቁ ሲሆን፣ ንብረቶች እየተዘረፉና...
Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira.
Ministirri Ittisa Biyyaa rakkoo naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaa keessatti uumame to’achuufi uummata naannichaa miidha jalaa baraaruuf bu’ura heera mootummaatiin tarkaanfii akka fudhatu ibsa galgala kana baaseen beeksisee jira. Raayyaan ittisa biyyaa...
Ministira muummee Dr. Abiy Ahimad,irraa maaltu eegamaa?
Jalqabaa irraatti gaaffilee uummanni Oromoo waggoota hedduuf kaasaa jiru sagantaa keessa galfachuun uummataa, paartilee siyaasaafi qaamoota adda addaa waliin mariisisuun walitti fiduu yoo danda'e haala rakkoo Oromiyaafi Itiyoophiyaaf nagaa argamsiisu...
Published from Overblog and X (Twitter)
https://www.facebook.com/Raabbiirraa.Abdi/videos/1573111359475846/?t=18
Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate.
Gootichi WBO Zoonii kibbaa Moyyaleetti loltoota diinaa 25 ol galaafate. on March 13, 2018 105 Shares Share Tweet Pin Email Gootichi WBO Zoonii Kibbaa tarkaanfii humna gabroomfattuu waraana wayyaanee irratti fudhatu itti fufuun Bitootessa 12,2018 Moyyaleetti...
Kan Paartiilee Mormitootaa Hedduu Hirmaachise Korri London Keessatti Geggeessame, Koree Hojii Gamtaa Qindeessu Dhaabbachuun Xumurame
Kan Paartiilee Mormitootaa Hedduu Hirmaachise Korri London Keessatti Geggeessame, Koree Hojii Gamtaa Qindeessu Dhaabbachuun Xumurame WAASHINGITAN, DIISII — Gamtaa dhaabota mormitootaa, Kan Gamtaa Bilisummaa fi Dimookiraasii Uummatootaa yokaan PAFD jedhamuun...
Obboo Olbaanaa Lelisaa Eenyuu? Waggaa Meeqaf Mana hidhaa Keessatti Dararamaanii?
Uummanni Oromoo fi maatiin Obbo Olbaanaa Lelisaa baga gammaddan!! Aarsaan Obbo Olbaanaan kaffalan Dr # Mararaatti aanee kan Olbaanaa Leellisaa dursu hin jiru. Paartii ONC fi WFDO tokkomsuu keessatti gahee guddaa qabu. OFCf lafee dugdaa turan. Obbo Olbaanaan...
Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa
Afaan Oromoo, Afaan Amaaratti dabalataan Afaan hojii mootummaa Federaalaa akka ta'u nan qabsaa'a jechuun ibsi DHDUO xumura walgahii koree gidduu galeessa isaarratti baasee namoota garagaraatiin akka murtee gaariitti leellifamaa jira. Jiraataa magaalaa...
/image%2F2049594%2F20161120%2Fob_b2c4b0_14600914-1080543338732653-898883244540.jpg)