Overblog
Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa
Recent posts

XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF

May 27 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF – XALAYAA HAADHAF 0 COMMENT XALAYAA HAADHA KOO ISHEE AWWAALA KEESSA JIRTUUF Haadha Koo Ishee Awwaala Jirtuuf ~ Odaa Gurree-tiin Haa ga’u nagaan koo kan haadhaa fi ilmummaa qilleensa addaan kutee, tulluu...

Read more

Fincillii XumuraGabrummaa Kolleejjii Barsiisoota Naqamteefi Jiratoota Naannoon Itti Fufee Jira

May 27 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Caamsaa 27, 2016 Fincilli xumura garbummaa guyyaa har'aan kana Kolleejjii Barsiisotaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti daran jabaatee itti fufee jira.Fincilli kun kan jalqabe mooraa kolleejjichaa keessatti yemuu ta'u fincilli kun baballachuun irraan...

Read more

Erga Dhaloota Qubee: Beektoota Oromoof, Artistoota Oromoof, Gaazeexessitoota Oromoof, Qabsa'oota Oromoof, QeerroooOromoof, Kanneen Uummataaf dhamataan Hundaaf:

May 25 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Hubachiisa Gabaabaa Oromoota biyya hambaa jirtan maraaf keessumaa artivistootaa fi gaazexeesitoota dhimma ummata oromoo irratti hojjettan maraaf :- Ummati Oromoo yeroo kana dheebuun isaa tokkoof tokko; innis birmadummaa biyya isaati. kanaaf, artistotni,,...

Read more

Kaayyoo Malee,fakkaatti ofi malee utaalun salphinnaa

May 24 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Oduu Durii Dakiyyeefi Raaca Bar tokko Raacafi Dakiyyeetu hirriyyaa turaani. Raacci kun sababii bishaanifi bolaa keessa jiraatuf jecha of tulumaa isaa dakiyyeetti hima. Olmaa dakiyyee him beeku waan taheef amumaa beeku dubbaata. Guyya tokko tokko immoo...

Read more

Waa Danda'uun Kenna moo Barnootani?

May 19 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Ganda Warra Waa Danda'uu Koota maala Himadhaa? Waa danda'uu Namicha tokko ture jedhama.Namichi kun maaqa dhaloota malee kan naannoon ittin beeku qaba. Waa danda'uu ittiin jedhu. Akkumaa maqaa isaa obsa qaba namoota wal dhabdee qaban ararsuudhaf ,dhugaa...

Read more

Oromo TV: Gaafii fi Deebii Obbo Fissahaa waliin taasisn

May 19 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Gaafif deebi obboo Fisa'aa Birraasaa Waliin Taasifame

Read more

Published from Overblog

May 18 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Mormii Uummataa Yeroo Dheeraatii Booda Oromiyaan Amma Maal Keessa Jirti Mormii Uummataa Yeroo Dheeraatii Booda Oromiyaan Amma Maal Keessa Jirti Caamsaa 17, 2016 Jaallannee Gammadaa Kaartaa naannoo Oromiyaa agarsiisu Qoodi Yaadawwan Ilaali WASHINGTON,...

Read more

Published from Overblog

May 16 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

VOA. Lola ABO fi Waraana Itiyoopiyaa bilisummaa June 2, 2015 Jaallannee Gammadaa WASHINGTON DC—Dilbata darbe Naannoo daangaa Itiyoopiyaa fi Keeniyaa irratti waraana mootummaa Itiyoopiyaa fi adda bilisummaa Oromoo gidduutti wal waraansi geggeeffamuu isaa...

Read more

Hidhaa waggaa 8 boodas Shamarree Caaltuu Taakkalaa mana hidhaa hin lakkifamiin jirti.

May 14 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Hidhaa waggaa 8 boodas Shamarree Caaltuu Taakkalaa mana hidhaa hin lakkifamiin jirti. Shamarree Caaltuu Takkaalee yuuniversitii Finfinnee siddisti kiiloo osoo baracha jirtu, miseensa ABO jedhamuun, mana hidhaa Maa’ekalaweii keessatti waggaa saddeetiif...

Read more

Dr. Gurmeessaa Hinkoosaa’tiin: Dhukkuba Toonsilii

May 14 2016 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

Dhukkuba Toonsilii (Tonsillitis) Toonsiliin qaama keenyaa keessaa waan akka gumaa foonii ulaa qoonqoo keenyaa keessatti argamu yoo ta’u, xuraawaa fi jarmoonni garaa garaa akka gara ujummoo qilleensaa keenyaatti hin seenne kan calaalee qabee (trap) godhee...

Read more
<< < 1 2 3 4 5 6 > >>