Overblog
Edit post Follow this blog Administration + Create my blog
Raabbiirraa Oromiyaa

Ministira muummee Dr. Abiy Ahimad,irraa maaltu eegamaa?

March 27 2018 , Written by Raabbiirraa Oromiyaa

          

Jalqabaa irraatti  gaaffilee uummanni Oromoo waggoota hedduuf kaasaa jiru sagantaa keessa galfachuun  uummataa, paartilee siyaasaafi qaamoota adda addaa waliin mariisisuun walitti fiduu yoo danda'e haala rakkoo Oromiyaafi Itiyoophiyaaf nagaa argamsiisu danda'a. Ministirri Muummichaa kun mirgoota seeraafi heera biyyattii kennameef hundaatti fayyadamuun hojjechu qabu. 

Kana malees miidhaafi dararama uummata Ormoorraafi sabaaf sabalamoota biyyitti keessatti irra  ga'aa jiru kan dhaabbachiisu ta'uutu irra jiraata,

Akkasumas aangoo isaatiin ofitti amanee kan hojjetu malee qaamni biraan duuba taa'ee kan isa dhiibuun hojachiisu ta'un irra hin jiraatu.

 

Share this post
Repost0
To be informed of the latest articles, subscribe:
Comment on this post